News

Obbo Amaanu'el gaaffii fi deebii BBC waliin taasisaniin osoo boordichi paarticha hin haqiin durayyuu, waraqaa eenyuummaa galmee kennameef akka hin fudhannee irra deeddeebiin ibsaa turuu kaasaniiru.
Yerooma sanatti aanga'oonni paaricha aolaanoo waajira Boordichaatti argamanii waraqaa ragaafi "xalayicha sirriitti ilaalanii dubbisaniifi itti waliigalanii mallatteessanii fudhachuusaanii ibsuun ...