Akkaataa fooyya'iinsa labsii taasifame kanaan paartiin tokko guyyaa itti bifa adda ta'een galmaa'ee waraqaa ragaa fudhatee kaasee ji'a jaha keessatti kora waliigalaa gaggeessuu akka qabu ibsa ...
Milkaa’ina dorgommii shaampiyoonaa mo’achuun argachuu hordofee qaamolee garaagaraa irraa waraqaa ragaa argateera. Yeroo ammaa kana Abdiin dorgomaafi leenjisaa gosa ispoortii wal’aansooti. Wal’aansoon ...