News

Maanchister Yuunaayitid carraa tokkittii waancaa injifachuuf qabu cimsachuuf tapha Liyoon waliin taasise 2-1'n dursaa turus daqiiqaa xumuraatti balleessaa Andiree Onaanaa hojjeteen galchiin irratti ...
Siyaasaa:- Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa "mirga Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf qabdu mirkaneessuuf tattaaffii gochaa jiru cimsee akka itti fufu'' kallattii kaa'uu isaa beeksise.
Guyyaa Filannoo Komishinni Filannoo Australia , Sagalee kennitootni milioonni tokkoo sa'a tokko tokkoon galmoota filannoo ni seenu jechuun tilmaameera. Warreen filuuf gahoo tahaniif filuun dirqama, ...