News

Siyaasaa:- Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa "mirga Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf qabdu mirkaneessuuf tattaaffii gochaa jiru cimsee akka itti fufu'' kallattii kaa'uu isaa beeksise.
Guyyaa Filannoo Komishinni Filannoo Australia , Sagalee kennitootni milioonni tokkoo sa'a tokko tokkoon galmoota filannoo ni seenu jechuun tilmaameera. Warreen filuuf gahoo tahaniif filuun dirqama, ...
Kooriyaan Kaabaa waggoota jaha keessatti yeroo jalqabaaf Maraatoonii Idil-addunyaa Piyoongiyaang gaggeessitee. Kanaanis ...