News

Liyyuu poolisii, humni paaraamilitarii Mootummaa Naanoon Somaalee, Poolisii aangoo seera ifaa ta’e tokkoon maleetti, walitti bu’insa Adda Biyyoolessaa Bilisummaa Ogaaden (ABBO) waliin jiru ...
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambeelitti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni nagaa 28 ajjeefamuu Poolisiin Oromiyaa beeksiseera. Komishinarri Komishinii Poolisii Oromiyaa Araarsaa ...
Komishinarri Komishinii Poolisii Oromiyaa Araarsaa Mardaasaa miidiyaa biyyaalessaa EBC'f akka himanitti haleellaan kuni halkan sa'aatii sadiitti raawwate. ''Ummata walitti qabanii haleellaa ...
Miidhamtootniifi maatiin isaanii magaalota naannoo Oromiyaa lama keessa jiraatan ... arge tokko Hiyumaan Raayitswochitti akka himetti poolisii godinichaa tokko poolisa yakka raawwaterratti ragaa ...