Namoota kana keessaa muraasni kan akka; Roobart Yeetis, Maargaareet Naayit, maashin boorsaa waraqaa hojjatu kana uume, Gaareet Awugustus gurraacha Ameerikaa ibsaa tiraafikaa kalaqe ni eeramu.
Bulchiinsi Traamp erga baatii Amajjii gara Waayit Haawusitti deebi'ee dhiibbaan jumlaan biyyaa ari'uu godaantoota waraqaa eenyummaa hin qabne magaalota gurguddoo keessatti cimseera. Manneen ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results